The Submissions page displays a customizable overview of a webform's submissions. Submissions can be reviewed, updated, flagged and/or annotated. Watch video
849 submissions
| # Sort descending | Department | Internal medicine | Rate | Reception | Emergency | Additional Comment or suggestion. | Medical Ward | Surgical ward | Triage | GYN | Recovery and ICU | Radiology | Hemodialysis | Liaison officer | Cardiology | Pediatrics | Surgical OPD | Operations |
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| 178 | Medical Ward | 5 | Ishkiin Isaa dhumtii kan namaa gamachisuu dha wa hundaaf nu wajiin rakkataa . |
|
||||||||||||||
| 179 | Medical Ward | 5 | Kunuunsi jeraa addaa dha , afaan wal'altuus garuu yaliin ishiin namaan walii galuuf gotuu gahaa dha ,kabaja qabdi namaa Hundaaf |
|
||||||||||||||
| 180 | Surgical ward | 5 | Halaa kununsaa ogessotatiin kaffaltiin kamiyyuu nama hin gabisisuu dhugaa bayyee garidhaa hojiin jeraa nama gammachisa |
|
||||||||||||||
| 181 | Surgical ward | 5 | Danuu hin hasawuu garoo hojiin isaa hala innii dhukkubsata walin walittii dhihatuu kan namattii toluu dha |
|
||||||||||||||
| 182 | Surgical ward | 4 | Yaliin fi kununsaa gahaa dha olii nuf gotee (R405) |
|
||||||||||||||
| 183 | Recovery and ICU | 5 | Mucaa Kenya rabbuma gadittii nuuf qaqqabaniruu hojjattonii hundinuu galataa guddaa qabanii ,bayyee ittii gammadnee .( From ICU) |
|
||||||||||||||
| 184 | Pediatrics | 4 | Hojiin jeraa baredaa dhugaa ,garuu mucayyoo dadhabbii tahuu dandaha fulaa ishee irratti badaa gammachuun hin mul'atuu mee dubbisanii isinis |
|
||||||||||||||
| 185 | Pediatrics | 5 | Mucaan kun se'atii hundayyuu dadhabee utuu hin jedhiin nuu walin turtee bayyee ittii gammadne , from (NICU) |
|
||||||||||||||
| 186 | Emergency | 4 |
|
ilalchii fi yadnii innii akka matittii nuuf kennee kan namaa gammachisuu dha dabalatan akka kununsaa inni nuuf kenne birattii jechudha. | ||||||||||||||
| 187 | Emergency | 5 | Sr Bikiltu | kabajaa fi halaa seraa qabessaa ykn fair taheen nuu kesumesite yeroo lilmoof demnettii gala qabdi . | ||||||||||||||
| 188 | Emergency | 5 |
|
betam keltef yalechi nachi berchi beluat | ||||||||||||||
| 189 | GYN | 5 | nan dadhabbee hin jettuu yeroo kunusaa namaf gotuu ,jabduu dha isheen dhuga |
|
||||||||||||||
| 190 | GYN | 5 | wooow amalli ishee addaa dha, |
|
||||||||||||||
| 191 | GYN | 4 | dhuga dubachuuf , jalqabaa nama kabajaa namaf hin qabnee nuttii fakkatte turtee maliif, ilalchi ishe , yeroo hasoftuu wan xinnoo iyyituuf, jalqaba yeroo dhuftu mastikaa cinana nuttii sentee , garuuu bodaa kununsaa isiin nuuf kenna turtee jalala matii gituu nuuf gotee dhuga. |
|
||||||||||||||
| 192 | Pediatrics | 4 | bilchinaa gahaa wan qabduu fakkatti hojii ishee irra hin bekamaa kununsa bareda mucaa kenyaaf nuf gote |
|
||||||||||||||
| 193 | Pediatrics | 5 | hundinuu bayye gari turani , kesattu mucaa isiin kun baayyee amalaa qabessa dha kun yeroo hunda gammachuu kan irra mulatuu , yeroo wamnuu hunda utuu hin tatiain nuuf dhuftii turee bayyee galatomi jechuu barbadna. |
|
||||||||||||||
| 194 | Medical Ward | 5 | bayyee ulfina qabdii namaaf ,amallii ishes oggumadhaniis bayyee garidha |
|
||||||||||||||
| 195 | Medical Ward | 5 | he is a good guy and also humble we are happy with him (409) |
|
||||||||||||||
| 196 | Medical Ward | 5 | akka matii taneraa turti kessaa homa nuttii hin hanqisne (R409) | Sr Hadisa | ||||||||||||||
| 197 | Surgical ward | 4 | bayyee namaa hasaa hin jallannee dha ,garuu nuu waliin kolfe xabateetuma demaa yalii gahaa nuuf godha jirra |
|