The Submissions page displays a customizable overview of a webform's submissions. Submissions can be reviewed, updated, flagged and/or annotated. Watch video
849 submissions
| # Sort descending | Department | Internal medicine | Rate | Reception | Emergency | Additional Comment or suggestion. | Medical Ward | Surgical ward | Triage | GYN | Recovery and ICU | Radiology | Hemodialysis | Liaison officer | Cardiology | Pediatrics | Surgical OPD | Operations |
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| 118 | Medical Ward | 5 | Akka matiittii nu hordofanii ... turtii guyyaa hedduu bodaa kalessaa foyyee argadhee yeroo akkasii dafanii qoricha utuu jijjiranii aniis hagaas maraa hin turuu turee hammaf alhamdulillah [R408] |
|
||||||||||||||
| 119 | Medical Ward | 5 | Turtii kenya kessatti bayyee gamadnee garaa hojjataatin ,garuu binbiin bayyee nu rakkistee turtee hamma garuu bahaa jirraa[R406] |
|
||||||||||||||
| 120 | Pediatrics | 5 | Nursotnii bayyee garidhaa,garuu dr fitsuum ganamaa sa'atii 12 irrattii hin dhufaa jedhamnee hodaa tartibaa nurkaa ballessani nuu arsanii malee baredaa turee. [R402] |
|
||||||||||||||
| 121 | Surgical ward | 5 | Isheen bayyee garidhaa deddebiin nuu ilalaa turtee .[R504] |
|
||||||||||||||
| 122 | Surgical ward | 4 | Dhukkubsataa dhuftee laaluf hinsodatti |
|
||||||||||||||
| 123 | Surgical ward | 4 | Dhukkubsataa dhuftee laaluf hinsodatti |
|
||||||||||||||
| 124 | Medical Ward | 5 | Bayye nakunuunsite |
|
||||||||||||||
| 125 | Medical Ward | 5 | Hunduu hin dhufanii nuu ilalanii garuu akka hospitalattii komiin ani qabuu edaa tirasii gaffadhee dafee hin argannee turee . | Sr Abezash | ||||||||||||||
| 126 | Medical Ward | 5 | Bayye nakunuunsite |
|
||||||||||||||
| 127 | Pediatrics | 5 | Bayye nakunuunsite |
|
||||||||||||||
| 128 | Emergency | 5 | Nr Jemal | |||||||||||||||
| 129 | Cardiology | 5 | Sr Kulani | |||||||||||||||
| 130 | Cardiology | 5 | Sr Kulani | |||||||||||||||
| 131 | GYN | 5 | Akka maatitti nu kununsa turte bayye galateeffachun barbaada |
|
||||||||||||||
| 132 | GYN | 5 | Bayye nutajaajilte |
|
||||||||||||||
| 133 | GYN | 4 | Hamsola nu jijjiri jenne itti himannan lawundary jira jette callifte nuf hinfinne jedhan |
|
||||||||||||||
| 134 | GYN | 5 | Deddebite nu lalte |
|
||||||||||||||
| 135 | GYN | 5 | Deddebite nulaalte |
|
||||||||||||||
| 136 | Medical Ward | 5 | Nu gorsite bayye nu tankabakabde | Sr Hadisa | ||||||||||||||
| 137 | Medical Ward | 5 | Tasgabbahe nan hasaha nadhaggefata deddebihe nagaafat |
|