The Submissions page displays a customizable overview of a webform's submissions. Submissions can be reviewed, updated, flagged and/or annotated. Watch video
849 submissions
| # Sort descending | Department | Internal medicine | Rate | Reception | Emergency | Additional Comment or suggestion. | Medical Ward | Surgical ward | Triage | GYN | Recovery and ICU | Radiology | Hemodialysis | Liaison officer | Cardiology | Pediatrics | Surgical OPD | Operations |
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| 218 | Internal_medicine |
|
4 | hojiin nanno jeraa iorratti bayyatuus hanga dandesseen nama kessumessufor gemechisuf ni yaltii hamma agarretti | ||||||||||||||
| 219 | Medical Ward | 5 | isaa yo dhugaa yo dubachuu taheen mucaan kuun namaa guddaa dha kabaja guddaa dhan nama kessumessa |
|
||||||||||||||
| 220 | Medical Ward | 5 | yalii sr foziyan dhan nuuf kennamuu baredaa dha bayye garuu gara qulqulinna kutaa cisichattiin jiruu garuu xiyyefanno barbadaa sababni koos , akka hospitala tahetti hordoffii dhan hamma hammaa qulqulessuu barbada sanaf immoo dafani hin argamani.(409) | Sr Foziya | ||||||||||||||
| 221 | Medical Ward | 4 | xinnoo kostor jettii malee baredaa . |
|
||||||||||||||
| 222 | Surgical ward | 5 | namotaa ogummaa gahaa qabaan yeroo jedhamuu hakima qofaa mitii nursotaa hin dabalata sanamoo oda hulleen sirrittii qaba. | Nr Redwan | ||||||||||||||
| 223 | Surgical ward | 5 | sirritti nu kununsaa jiranii. bayyee ittis gammadnee jirra ( 505) |
Nr Redwan | ||||||||||||||
| 224 | Medical Ward | 5 | Hundumtii jerayyuu amala warqee qabuu isanuu kan kessaa filachuuf na rakisuu dha. | Sr Foziya | ||||||||||||||
| 225 | Medical Ward | 5 | dhugaa dubachuuf nursonii asi jiranuu kan bayye nama rakisuu dha kessaa filachuu dhaf , seati kamiyuu nama gargaruudhaf kan fedhii qabani dha . jabbadha jechuniin barbachisa dha |
|
||||||||||||||
| 226 | Medical Ward | 5 | bayyee nu kununsaniruu hamma asi jirruttii ,qulqullinni manaas kan nutii egnee olidha |
|
||||||||||||||
| 227 | Emergency | 5 |
|
badaa gobozi dha mucaan kuun utuu nama hin tuffatiin nu kessumessitee. | ||||||||||||||
| 228 | Emergency | 4 |
|
hojii jeraa kan nama gammachisu dha , akka yadattii xinnoo qofaa arifattii sana utuu gorsitanii | ||||||||||||||
| 229 | Surgical ward | 5 | kanan yeroo lammataf dhufnee , matii tanee jirraa jechuun ni dandahama ,hojii isaas nama bayye kabaja. |
|
||||||||||||||
| 230 | Surgical ward | 5 | amalaa qabessa ,yeroo barbadnuttii saffisaan dhufe aranugalfachisaa. | Nr Biruk | ||||||||||||||
| 231 | Surgical ward | 5 | jajjaboo dha ijolleen asi jiranu ,kunuunsa gahaa nuuf kenna jiranii | Nr Redwan | ||||||||||||||
| 232 | Surgical ward | 5 | qabanoftuu wayitii garuu badaa nama gammachiftii hojii isitiin. |
|
||||||||||||||
| 233 | Surgical ward | 4 | hojii dhaan bayyee nu gammachisaa ,wantii nutii narbadnee dhabnee ykn rakkanne hin jiruu isarraa , kan ani argee afaan oromiffaa hubachuuf xinnoo rakkata sana achii ,hojiin hundayyyuu nama gammachisu dha. |
|
||||||||||||||
| 234 | Triage | 5 | betaam goboz lij nat inna tedesitenal izaa beneberen mestengido. | Sr Meron | ||||||||||||||
| 235 | Triage | 5 | melkam mestengidoo tedergolinal, lelaa botaa werefa indemibezabt ayidelm izih yallew |
|
||||||||||||||
| 236 | Triage | 4 | rakkoo namaa hubachuuf ni yalanii , |
|
||||||||||||||
| 237 | Triage | 5 | bayyee nu gargartettii hamma nutii banuttii asii kara nutti agarsisaa |
|