The Submissions page displays a customizable overview of a webform's submissions. Submissions can be reviewed, updated, flagged and/or annotated. Watch video
849 submissions
| # Sort descending | Department | Internal medicine | Rate | Reception | Emergency | Additional Comment or suggestion. | Medical Ward | Surgical ward | Triage | GYN | Recovery and ICU | Radiology | Hemodialysis | Liaison officer | Cardiology | Pediatrics | Surgical OPD | Operations |
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| 95 | Surgical ward | 5 | Tajajilaa barbadnee dhufnee argacha jiraa | Sr Tsion | ||||||||||||||
| 96 | Surgical ward | 5 | Am from gambelaa ... medanit sitset amogni ayawkim sewu yiteyikaluu iheen lelaa botaa alayewum [R504] | Sr Tsion | ||||||||||||||
| 97 | Surgical ward | 5 | He care us not only out son (patient) he is a good guy ... the only feedback is cleener side is not good I think its communication problem over all service is good [R505] ...also from gambela | Nr Biruk | ||||||||||||||
| 98 | Surgical ward | 5 | Bayyee nu ilalti yerroo innii halkaan rakkatuu isiii qofaa wamaa qofaa ,gaffattaas isiniis fulaa baredaan gargartii mucaa baredduu dha.[R503] | Sr Tsion | ||||||||||||||
| 99 | Surgical ward | 5 | Addaa dha kununsi ishee bayyee mararfannemi nutii jirata nanno finfinnetti balaa tasatif garaas gorree hojjattonii kessanu hundii galata qabani nurraa ...yadnii kenya innii guddanifi tokkittiin akka oda hullettii namnii balaa tasaaf gara kanaa yoo dhufee kafalati surgery dhan walqabatuu wanumaa qabateen yaliin jalqabamefii utuu bodaa xumuree .... ilalcha kessaa utuu galchitanii fulduraaf gatiin kessanis xinnoo ol kaha dhaa. Wan hafee bareda garaa keninsaa yalatiin |
|
||||||||||||||
| 100 | Medical Ward | 5 | Mirtiyee nachew hullachewum ,oda mirchayee nawu hullem |
|
||||||||||||||
| 101 | Radiology | 5 | inkibikabew betaam ariif nwu tegbabim nawu, be andi lelit indiwedew adrigognal He is totally a nurse. the only feedback i have is pajamas was not comfortable make an optional for pt please. thanks (R403) | Nr Dinkisa | ||||||||||||||
| 105 | Medical Ward | 5 | Dhabbattaa irrattii yadaa kamiyyuu hin qabnuu ... nursotniis bayyee nu kunuunsaa jiranii... ituu nuuf foyya'ee kan jennuu dhukkubnii isii kan duraa irraa hagaas maraa foyyee hin argisisnee |
|
||||||||||||||
| 106 | Medical Ward | 5 | Kunuunsaa baredaa nuf gotee [R405] |
|
||||||||||||||
| 107 | Surgical ward | 5 | Dhukkubii na dhisuu didee malii yaliin baredaa, gutudha [R510] |
|
||||||||||||||
| 108 | Surgical ward | 5 | Komii irraa Hin Qabnuu garaa ogessatiin,garuu Bishaan ganamaaf galgalaa qofaa argannaa malifii? [R510] | Nr Redwan | ||||||||||||||
| 109 | Pediatrics | 5 | Mucaa kenyaa Da'imaa bayyee waligalanii ha ulfatanii... Oda hullen Qulqullinnii isaa gahaa dhaa ,komii homaa hin qabnuu.(R404) |
|
||||||||||||||
| 110 | Medical Ward | 5 | Bayyee barodhaa kununsii ,nyataa nurkaa fudhachuu didanii nursotaa garuu tolee jedhanii nyatanii amalii jeraa baredaa ...(R407) | Sr Hadisa | ||||||||||||||
| 111 | Surgical ward | 5 | Hundayuu akkumaa nuf toluu godhanii garidha bayyee. | Nr Redwan | ||||||||||||||
| 112 | Surgical ward | 5 | Kessaa filachuuf namaa rakkisuu hundumtuu bayyee garidhaa anaaf, hasaan jeraa gahadhaa .. [R508] |
|
||||||||||||||
| 113 | Surgical ward | 5 | Kunuunsi ogessota bayyee baredaa dha , yadni anii qabuu anii fakkenya fagoo irraa dhufe dafee yalamee debihaa jedhee garuu ergaan dhufee bodaa akkaan cisee yalamuu qabuu nattii himame, namaa akka kotii malee dhufee gargaraan utuu jirate , kan nyata dhihessufi, qorichafi wantota birallee gargaruu dandahuu. |
|
||||||||||||||
| 114 | Medical Ward | 5 | Bayyee galatefanna qabaan baredaa hundumtuu [R401] |
|
||||||||||||||
| 115 | Medical Ward | 5 | Gargarsii nuuf godhamuu jiruu gahaa dha , yeroo barbadnetti nu biraa jiranii ,galatefachuu barbadnaa wellahi.[407] | Sr Abezash | ||||||||||||||
| 116 | GYN | 5 | Hundumtii amallii jeraa shagga dha ,akka matitii jerrii nuuf ,addaa tajajillii jeraa. |
|
||||||||||||||
| 117 | GYN | 5 | Nu hordofaniruu bayyee ittii gammaneraa , bimbii qofaa yadaa isinii keninaa... ..welad lay yalleew ye careland package izihm binoor melkaam nawu |
|